-
Lakkoofsa 23:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoota Waaqayyo hin abaarre akkamittan abaara?
Namoota Yihowaan hin balaaleffanne hoo akkamittan balaaleffadha?+
-
-
Lakkoofsa 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yeroo kanatti Baalaaq akka malee Balaʼaamitti ni aare. Baalaaqis tuffiidhaan harka isaa walitti rukutee Balaʼaamiin akkana jedhe: “Ani kanan si waame diinota koo akka abaartuuf ture;+ ati garuu kunoo siʼa sadan kana isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu.
-