LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Balaʼaamis Waaqa dhugaatiin akkana jedhe: “Baalaaq ilmi Ziphoor mootiin Moʼaab akkana jedhee dhaamsa natti erge: 11 ‘Kunoo, sabni biyya Gibxii keessaa baʼee dhufe sun fuula* lafaa uwwiseera. Amma, kottuutii isaaniin naaf abaari.+ Tarii isaaniin lolee ariʼuu nan dandaʼa taʼa.’”

  • Lakkoofsa 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Baalaaq Balaʼaamiin, “Wanti ati na irratti raawwatte kun maali dha? Ani diinota koo akka abaartun si fide; ati garuu isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu”+ jedhe.

  • Nahimiyaa 13:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti kitaabni Musee utuma sabichi dhagaʼuu ni dubbifame;+ yaanni namni Amoon yookiin namni Moʼaab+ yoom iyyuu gara gumii Waaqa dhugaatti galuu akka hin qabne ibsus barreeffamee argame;+ 2 sababiin isaas, isaan Israaʼelotaaf buddeenaa fi bishaan hin kennine; kanaa mannaa, akka isaan abaaruuf Balaʼaamiin itti bitanii turan.+ Waaqni keenya garuu abaarsicha gara eebbaatti jijjiire.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi