Baʼuu 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Taʼuu baannaan garuu, anii fi sabni kee si duratti fudhatama akka arganne akkamitti beekama? Anii fi sabni kee saba lafa irra jiru hundumaa irraa adda akka taane kan beekamu,+ yoo ati nuu wajjin deemte mitii ree?”+
16 Taʼuu baannaan garuu, anii fi sabni kee si duratti fudhatama akka arganne akkamitti beekama? Anii fi sabni kee saba lafa irra jiru hundumaa irraa adda akka taane kan beekamu,+ yoo ati nuu wajjin deemte mitii ree?”+