-
Lakkoofsa 22:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Balaʼaam garuu tajaajiltoota Baalaaqiif akkana jedhee deebise: “Baalaaq utuu mana isaa isa meetii fi warqiidhaan guutame naaf kennee illee, ani wanta xinnaas taʼe wanta guddaa, wanta ajaja Waaqa koo Yihowaatiin ala taʼe akkamii iyyuu gochuu hin dandaʼu.+
-