LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelonni hundi tokkoon tokkoon isaanii faajjii* mana abbootii isaanii biratti akka garee isaanii isa gosa sadi sadiin hiramee+ isaaniif ramadametti haa buufatan. Isaan gara dunkaana walgaʼichaatti garagalanii naannoo isaatti marsanii haa buufatan.

  • Lakkoofsa 23:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ani fiixee qarsaa irraa isaan nan ilaala,

      Tabba irraas isaan nan arga.

      Isaan akka saba tokkootti kophaa isaanii achi jiraatu;+

      Saboota keessaa tokko akka taʼanittis of hin ilaalan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi