Uumama 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+ Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha. Yohaannis 1:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Naatnaaʼelis deebisee, “Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaʼeli”+ jedhe.
10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+