LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Tajaajilli maatiiwwan Geershonotaa dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha;+ isaan qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa isaanii ni raawwatu.

  • Lakkoofsa 7:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 achiis akka hojii isaanii isa qajeelfama Itaamaar ilma Aaron lubichaa jala taʼuudhaan hojjetaniif barbaachisutti gaariiwwan afurii fi qotiyyoowwan saddeet ilmaan Meraariitiif ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi