Iyyaasuu 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun Shitiim+ keessaa dhoksaatti basaastota godhee namoota lama ni erge. Innis, “Dhaqaatii biyyattii, keessumaa immoo Yerikoo qoradhaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan gara mana dubartii sagaagaltuu Rahaab+ jedhamtu tokkoo dhaqanii achi taaʼan. Miikiyaas 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Gochawwan qajeelummaa Yihowaa beekuu akka dandeessuuf,Yaa saba koo, maaloo, yaada Baalaaq mootiin Moʼaab dhiheessee+ fiDeebii Balaʼaam ilmi Be’or isaaf kenne,+Wanta Shitiim+ irraa kaasee hamma Gilgaalitti+ raawwatame yaadadhu.”
2 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun Shitiim+ keessaa dhoksaatti basaastota godhee namoota lama ni erge. Innis, “Dhaqaatii biyyattii, keessumaa immoo Yerikoo qoradhaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan gara mana dubartii sagaagaltuu Rahaab+ jedhamtu tokkoo dhaqanii achi taaʼan.
5 Gochawwan qajeelummaa Yihowaa beekuu akka dandeessuuf,Yaa saba koo, maaloo, yaada Baalaaq mootiin Moʼaab dhiheessee+ fiDeebii Balaʼaam ilmi Be’or isaaf kenne,+Wanta Shitiim+ irraa kaasee hamma Gilgaalitti+ raawwatame yaadadhu.”