Baʼuu 6:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse. Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+ Iyyaasuu 22:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Finahaas lubichi, geggeessitoonni yaaʼichaa fi dura buutonni kumaa* Israaʼel warri isaa wajjin turan, wanta sanyiiwwan Ruuben, Gaadii fi Minaaseen dubbatan yommuu dhagaʼan ni gammadan.+
25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse. Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+
30 Finahaas lubichi, geggeessitoonni yaaʼichaa fi dura buutonni kumaa* Israaʼel warri isaa wajjin turan, wanta sanyiiwwan Ruuben, Gaadii fi Minaaseen dubbatan yommuu dhagaʼan ni gammadan.+