18 Harʼa isin gidduutti dhiirri yookiin dubartiin, maatiin yookiin gosti dhaqee waaqolii saboota sanaa tajaajiluuf garaan isaa Waaqa keenya Yihowaa irraa jalʼatu,+ hiddi firii summaaʼaa fi hadhaaʼaa godhatu isin gidduutti akka hin argamne of eeggadhaa.+