Keessa Deebii 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Wantoota ijji keessan arge kana akka hin irraanfannee fi umurii keessan guutuu garaa keessan keessaa akka hin badneef of eeggadhaa;* dammaqoos taʼaa. Ijoollee keessanii fi ijoollee ijoollee keessanittis beeksisaa.+ Keessa Deebii 11:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Mana keessan keessa yommuu teessan, daandii irra yommuu deemtan, yommuu ciistanii fi yommuu kaatan waaʼee isaanii dubbachuudhaan ijoollee keessan barsiisaa.+
9 “Wantoota ijji keessan arge kana akka hin irraanfannee fi umurii keessan guutuu garaa keessan keessaa akka hin badneef of eeggadhaa;* dammaqoos taʼaa. Ijoollee keessanii fi ijoollee ijoollee keessanittis beeksisaa.+
19 Mana keessan keessa yommuu teessan, daandii irra yommuu deemtan, yommuu ciistanii fi yommuu kaatan waaʼee isaanii dubbachuudhaan ijoollee keessan barsiisaa.+