LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Sababiin isaas, anumti iyyuu fincila+ keessanii fi mata jabina*+ keessan akka gaariittan beeka. Utuman lubbuudhaan isinii wajjin jiruu hammana Yihowaa irratti erga fincila kaastanii, ergan duʼee booda immoo hammam caalaatti isa irratti fincila kaastu ree!

  • Abbootii Murtii 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo abbaan murtii sun duʼu garuu, ammas waaqolii kan biroo duukaa buʼuudhaan, isaan tajaajiluudhaan, akkasumas isaaniif sagaduudhaan abbootii isaanii caalaa gocha hamaa raawwatu turan.+ Gocha isaanii irraas taʼe mata jabina isaanii irraa hin deebine.

  • Faarfannaa 14:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni gowwaan* garaa isaatti,

      “Yihowaan hin jiru”+ jedha.

      Namoonni akkanaa gochi isaanii mancaʼaa dha, wanti isaan hojjetanis jibbisiisaa dha;

      Wanta gaarii kan hojjetu tokko illee hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi