Ermiyaas 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isaan, ‘Yihowaan eessa jira? Inni biyya Gibxiitii nu baase,+Inni lafa onaa keessatti,Biyya gammoojjii+ fi boolli itti baayʼatu keessatti,Biyya ongee+ fi dukkana cimaa keessatti,Biyya namni keessa hin deemne,Akkasumas namni keessa hin jiraanne keessatti nu geggeesse sun eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.
6 Isaan, ‘Yihowaan eessa jira? Inni biyya Gibxiitii nu baase,+Inni lafa onaa keessatti,Biyya gammoojjii+ fi boolli itti baayʼatu keessatti,Biyya ongee+ fi dukkana cimaa keessatti,Biyya namni keessa hin deemne,Akkasumas namni keessa hin jiraanne keessatti nu geggeesse sun eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.