LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Dubbiin Museen lafa onaa naannoo Yordaanositti argamutti, jechuunis gammoojjii Suuf fuuldura, Phaaraan, Tofeel, Laabaan, Hazerootii fi Dizaahaab gidduutti argamu keessatti guutummaa Israaʼelitti dubbate kana dha.

  • Keessa Deebii 32:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sabni Yihowaa qooda isaa ti;+

      Yaaqoob dhaala isaa ti.+

      10 Inni lafa onaa keessatti,+

      Gammoojjii duwwaa taʼee fi bineensonni bosonaa itti iyyan keessatti+ isa argate.

      Isatti marsees isa ni eege, isa ni kunuunse,+

      Akka qaroo ija isaattis isa ni eege.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi