- 
	                        
            
            Nahimiyaa 9:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 ati yeroo sanatti illee, gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼe lafa onaa keessatti isaan hin dhiisne.+ Utubaan duumessaa karaa isaanii irratti isaan geggeessu guyyaa isaan irraa hin deemne; utubaan ibiddaa karaa isaan irra deeman isaaniif ibsus halkan isaan irraa hin deemne.+ 20 Hubannaa akka argataniif hafuura kee isa gaarii isaaniif ni kennite;+ ati mannaa isaan hin dhowwanne;+ yeroo isaan dheebotanittis bishaan isaaniif kennite.+
 
 -