-
Baʼuu 40:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Sababiin isaas, guutummaan mana Israaʼel yeroo lafa onaa keessa deemaa turan hundumaatti, guyyaa duumessi Yihowaa, halkan immoo ibiddi godoo qulqulluu sana irra akka buufatu ni argu turan.+
-