LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+

  • 1 Mootota 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni hojjete;+ cubbuu hojjetaniinis isa abbootiin isaanii godhan caalaa isa ni dheekkamsiisan.+

  • 1 Qorontos 10:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Xoofoo Yihowaa* fi xoofoo jinniiwwanii keessaa dhuguu hin dandeessan; “maaddii Yihowaa”*+ fi maaddii jinniiwwanii irraa nyaachuu hin dandeessan. 22 Yookiin ‘Yihowaan* akka hinaafu isa kakaasaa jirraa’?+ Nuti isa caalaa jaboo dhaa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi