1 Mootota 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Solomoon waaqa balfamaa Moʼaab kan taʼe Kemooshii fi waaqa balfamaa Amoonotaa+ kan taʼe Moleekiif+ gaara Yerusaalem fuuldura jiru irratti iddoo ol kaʼaa+ kan ijaare yeroo kanatti ture. 2 Seenaa Baraa 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Rooboʼaam mootummaan isaa akkuma jabaatee dhaabbateen,+ akkasumas inni akkuma cimeen, innis taʼe Israaʼelonni warri isaa wajjin jiran hundi Seera Yihowaa ni dhiisan.+
7 Solomoon waaqa balfamaa Moʼaab kan taʼe Kemooshii fi waaqa balfamaa Amoonotaa+ kan taʼe Moleekiif+ gaara Yerusaalem fuuldura jiru irratti iddoo ol kaʼaa+ kan ijaare yeroo kanatti ture.
12 Rooboʼaam mootummaan isaa akkuma jabaatee dhaabbateen,+ akkasumas inni akkuma cimeen, innis taʼe Israaʼelonni warri isaa wajjin jiran hundi Seera Yihowaa ni dhiisan.+