1 Saamuʼel 12:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan maqaa isaa isa guddaadhaaf+ jecha saba isaa hin dhiisu;+ sababiin isaas, Yihowaan saba isaa isin godhachuu barbaadeera.+ Hisqiʼel 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Taʼus, maqaan koo saboota biyya Gibxii keessaa yommuun isaan* baasu argan sana duratti akka hin xuroofnetti, maqaa kootiif jedhee tarkaanfii nan fudhadhe.+
22 Yihowaan maqaa isaa isa guddaadhaaf+ jecha saba isaa hin dhiisu;+ sababiin isaas, Yihowaan saba isaa isin godhachuu barbaadeera.+
14 Taʼus, maqaan koo saboota biyya Gibxii keessaa yommuun isaan* baasu argan sana duratti akka hin xuroofnetti, maqaa kootiif jedhee tarkaanfii nan fudhadhe.+