LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Wantin maasii wayinii kootiif gochuu qabuu fi

      Utuun hin godhin hafe jiraa?+

      Maarree, yommuun firii wayinii argachuuf abdadhetti,

      Firii wayinii bosonaa qofa kan godhate maaliifi?

  • Ermiyaas 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ani akka muka wayinii diimaa isa filatame, isa sanyiin isaa guutummaatti qulqulluu taʼe godheen si dhaabe;+

      Maarree, ati akkamitti ana duratti damee muka wayinii biyya ormaa isa gatii hin qabne taʼuu dandeesse?’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi