LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yihowaa, ati isaan fiddee gaara isa dhaala kee taʼe irratti,

      Iddoo dhaabbataa isa ofii keetii keessa jiraachuuf qopheeffatte irratti,

      Yaa Yihowaa, iddoo qulqulluu isa harki kee hundeesse irratti isaan ni dhaabda.+

  • Faarfannaa 80:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Mukti wayinii+ Gibxii keessaa akka baʼu goote.

      Saboota ariitees isa dhaabde.+

  • Isaayyaas 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Mee, isan jaalladhu sanaaf

      Waaʼee isan jaalladhu sanaa fi waaʼee maasii wayinii isaa nan faarfadha.+

      Inni ani jaalladhu tabba lalisaa irratti maasii wayinii tokko qaba ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi