Faarfannaa 44:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ati harka keetiin saboota ariiteetta,+Abbootii keenyas achi qubachiisteetta.+ Saboota caccabsitee ariiteetta.+ Faarfannaa 78:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Saboota isaan duraa ni ariʼe;+Wadaroo safaraatiin isaaniif dhaala ni hire;+Manneen isaanii keessa gosoota Israaʼel ni jiraachise.+ Ermiyaas 2:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ani akka muka wayinii diimaa isa filatame, isa sanyiin isaa guutummaatti qulqulluu taʼe godheen si dhaabe;+Maarree, ati akkamitti ana duratti damee muka wayinii biyya ormaa isa gatii hin qabne taʼuu dandeesse?’+
2 Ati harka keetiin saboota ariiteetta,+Abbootii keenyas achi qubachiisteetta.+ Saboota caccabsitee ariiteetta.+
55 Saboota isaan duraa ni ariʼe;+Wadaroo safaraatiin isaaniif dhaala ni hire;+Manneen isaanii keessa gosoota Israaʼel ni jiraachise.+
21 Ani akka muka wayinii diimaa isa filatame, isa sanyiin isaa guutummaatti qulqulluu taʼe godheen si dhaabe;+Maarree, ati akkamitti ana duratti damee muka wayinii biyya ormaa isa gatii hin qabne taʼuu dandeesse?’+