LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo kanatti mootonni Amoorotaa+ shanan, jechuunis mootiin Yerusaalem, mootiin Kebroon, mootiin Yaarmut, mootiin Laakiishii fi mootiin Egloon raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin walitti qabamanii irratti duuluudhaan ishii waraanuuf Gibeʼonitti marsan.

  • Iyyaasuu 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo isaan Israaʼel jalaa baqachaa fi Beet Hooron irraa gad buʼaa turanitti Yihowaan hamma Azeeqaatti samii irraa cabbii guguddaa isaan irratti roobse; isaanis ni dhuman. Warra goraadee Israaʼelotaatiin duʼan irra warra cabbii sanaan duʼantu caala ture.

  • Faarfannaa 135:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Saboota hedduu rukuteera,+

      Mootota jajjaboos ajjeeseera;+

      11 Sihoon mootii Amoorotaa,+

      Oog mootii Baashaan,+

      Akkasumas mootummoota Kanaʼaan hundumaa moʼeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi