LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 9:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kanaafuu, ilmaan isaanii galanii biyyattii dhaalan;+ atis Kanaʼaanonni warri jiraattota biyyattii taʼan isaan duratti akka moʼaman ni goote;+ akkasumas wanta barbaadan akka isaan irratti raawwataniif mootota isaanii fi saboota biyyattii harka isaaniitti dabarsitee ni kennite. 25 Isaan magaalota dallaa dhagaa qabanii+ fi lafa gabbataa+ ni qabatan; manneen wantoota gaggaarii akaakuu adda addaatiin guutaman, boollawwan bishaanii qotaman, maasiiwwan wayinii, mukeetii ejersaa,+ akkasumas mukeetii firii godhatan baayʼinaan ni dhaalan. Kanaafuu, isaan nyaatanii quufanii ni gabbatan; gaarummaa kee isa guddaattis baayʼee gammadan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi