Iyyaasuu 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan ani lafa isin itti hin dadhabnee fi magaalota isin hin ijaarre isiniif nan kenne;+ isinis isaan keessa ni jiraattan. Ammas mukeetii wayinii fi mukeetii ejersaa* hin dhaabne irraa nyaachaa jirtu.’+
13 Akka kanaan ani lafa isin itti hin dadhabnee fi magaalota isin hin ijaarre isiniif nan kenne;+ isinis isaan keessa ni jiraattan. Ammas mukeetii wayinii fi mukeetii ejersaa* hin dhaabne irraa nyaachaa jirtu.’+