-
Lakkoofsa 14:29-31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+ 30 Kaaleb ilma Yofunee fi Iyyaasuu ilma Nuuniin alatti+ tokkoon keessan illee biyya akka keessa jiraattan isiniif kakadhetti* hin galtan.+
31 “‘“Ani ijoollee keessan warra isin akka boojiʼaman dubbattan+ achitti nan galcha; isaanis biyya isin tuffattan sana ni beeku.+
-