- 
	                        
            
            Mulʼata 10:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Maleekaan ani galaanaa fi lafa irra dhaabbatee arge sun harka isaa mirgaa gara samiitti ol kaase; 6 achiis isa baraa hamma bara baraatti jiraatu,+ isa samii fi wantoota achi keessa jiran, lafaa fi wantoota achi keessa jiran, akkasumas galaanaa fi wantoota achi keessa jiran uume+ sanaan kakatee akkana jedhe: “Kana booda lafa irra harkisuun hin jiru.
 
 -