LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe.

  • Keessa Deebii 31:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Museen guyyaa sanatti faarfannaa kana barreessee Israaʼelota barsiise.

      23 Achiis inni* Iyyaasuu ilma Nuuniin muudee,+ “Biyya ani isaaniif kakadhetti Israaʼelota kan galchu si waan taʼeef+ onnadhu, cimis;+ ani yeroo hundumaa sii wajjin nan taʼa” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi