-
Miilkiyaas 2:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis isin ajaja kana kanan isiniif kenne kakuun ani Leewwii wajjin gale akka itti fufuuf taʼuu isaa ni hubattu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
5 “Kakuun ani isaa wajjin gale kakuu jireenyaa fi kakuu nagaa ti; kana kanan isaaf kennes akka inni na sodaatuufi.* Inni na sodaateera, eeyyee, maqaa kootiif ulfina guddaa kenna ture.
-