-
Baʼuu 40:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Achiis Aaronii fi ilmaan isaa gara balbala dunkaana walgaʼichaatti fidiitii bishaaniin isaan dhiqi.+
-
-
Hisqiʼel 44:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Leewwonni luboota taʼan, jechuunis ilmaan Saadoq+ warri yeroo Israaʼelonni na irraa fagaatanii turanitti+ itti gaafatamummaa iddoo qulqulluu koo irratti qaban raawwachaa turan garuu na tajaajiluuf na duratti ni dhihaatu; coomaa+ fi dhiiga+ naaf dhiheessuufis na dura ni dhaabbatu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan. 16 ‘Isaan iddoo qulqulluu kootti ni seenu, na tajaajiluuf gara maaddii kootti ni dhihaatu,+ itti gaafatamummaa na duratti qabanis ni raawwatu.+
-