1 Mootota 2:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude. Hisqiʼel 40:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Kutaan nyaataa inni kallattii kaabaatti garagalee jiru kan luboota tajaajila iddoo aarsaa irratti itti gaafatamummaa qaban sanaa ti.+ Isaan ilmaan Saadoq+ warra Leewwota taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf isa duratti akka dhihaatan ramadamani dha.”+
35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude.
46 Kutaan nyaataa inni kallattii kaabaatti garagalee jiru kan luboota tajaajila iddoo aarsaa irratti itti gaafatamummaa qaban sanaa ti.+ Isaan ilmaan Saadoq+ warra Leewwota taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf isa duratti akka dhihaatan ramadamani dha.”+