1 Mootota 2:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude. Hisqiʼel 43:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Horii keessaa jibicha tokko fuudhiitii aarsaa cubbuu akka taʼuuf,+ sanyii Saadoq+ keessaa Leewwota Luboota taʼanii fi na tajaajiluuf na duratti dhihaataniif kenni.
35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude.
19 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Horii keessaa jibicha tokko fuudhiitii aarsaa cubbuu akka taʼuuf,+ sanyii Saadoq+ keessaa Leewwota Luboota taʼanii fi na tajaajiluuf na duratti dhihaataniif kenni.