-
Baʼuu 29:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Jibicha sana dunkaana walgaʼii duratti dhiheessita; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa jibicha sanaa irra ni kaaʼu.+
-
-
Leewwota 8:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu sana ni fide; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu sanaa irra ni kaaʼan.+
-