-
Hisqiʼel 44:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Leewwonni luboota taʼan, jechuunis ilmaan Saadoq+ warri yeroo Israaʼelonni na irraa fagaatanii turanitti+ itti gaafatamummaa iddoo qulqulluu koo irratti qaban raawwachaa turan garuu na tajaajiluuf na duratti ni dhihaatu; coomaa+ fi dhiiga+ naaf dhiheessuufis na dura ni dhaabbatu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
-