-
Baʼuu 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaanis Museen ilaaluuf itti siquu isaa yommuu argu harangamaa sana keessaa, “Musee! Musee!” jedhee isa waame; innis, “Kunoo, asan jira” jedhee deebise.
-
-
Hojii Ergamootaa 7:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 “Waggaa 40 booda, maleekaan tokko lafa onaa naannoo Gaara Siinaa jirutti harangamaa bobaʼu tokko keessaa isatti mulʼate.+
-