3 Kanaafuu, Waaqni kee Yihowaan si dura akka ceʼu harʼa beeki.+ Inni ibidda gubee balleessu dha;+ haxaaʼees isaan ni balleessa. Akkuma Yihowaan waadaa siif galetti, ati daftee akka isaan ariituu fi akka isaan balleessituuf ija kee duratti akka isaan moʼaman ni godha.+