-
Keessa Deebii 31:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waaqni kee Yihowaan si dursee gamatti ni ceʼa; innumti saboota kana si duratti haxaaʼee ni balleessa; atis isaan ni ariita.+ Akkuma Yihowaan dubbatetti, Iyyaasuun geggeessee si ceesisa.+ 4 Yihowaan yeroo haxaaʼee isaan balleessetti Sihoonii+ fi Oog+ warra mootota Amoorotaa taʼan irratti akkuma godhe isaan irrattis ni godha.+
-