Faarfannaa 147:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Dubbii isaa Yaaqoobitti,Dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaas Israaʼelitti ni labsa.+ 20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+
19 Dubbii isaa Yaaqoobitti,Dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaas Israaʼelitti ni labsa.+ 20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+