LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Boodas Yihowaan Musee fi Aaroniin, “Isin ana irratti amantii waan dhabdaniif, saba Israaʼel durattis waan na hin qulqulleessineef, gumii kana gara biyya ani isaaniif kennutti hin galchitan” jedhe.+

  • Keessa Deebii 31:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Museen gad baʼee dubbii kana guutummaa Israaʼelitti dubbate; 2 akkana isaaniin jedhe: “Amma umuriin koo waggaa 120 taʼeera.+ Yihowaan, ‘Ati Yordaanos kana hin ceetu’+ waan naan jedheef, kana booda ani isin geggeessuu* hin dandaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi