-
Leewwota 18:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “‘Saboonni warri ani isin duraa ariʼu sun wantoota kana hundumaatiin waan of xureessaniif, isin wantoota kana keessaa isa tokkoon illee of hin xureessinaa.+
-
-
Leewwota 18:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Isin garuu biyyattii waan hin xureessineef, akkuma saboota isin dura achi jiraatan tuftutti isin hin tuftu.
-
-
Leewwota 26:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “‘Kun erga isin irra gaʼee booda illee, isin na dhagaʼuu yoo diddanii fi na mormuu keessan yoo itti fuftan,
-