LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Utuu ati achi hin gaʼin diinota keetti naasuu* nan erga;+ ani Hiiwota, Kanaʼaanotaa fi Heetota si duraa nan ariʼa.+

  • Keessa Deebii 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Waaqni kee Yihowaan gara biyya itti seentee dhaalaan fudhachuuf jettutti yommuu si galchu,+ inni saboota torba warra si caalaa uummata hedduu qabanii fi ciccimoo taʼan,+ jechuunis Heetota, Girgaashota, Amoorota,+ Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ si duraa ni balleessa.+

  • Keessa Deebii 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yaa Israaʼel dhagaʼi, ati harʼa Yordaanosiin ceetee+ seenuudhaan biyya saboota si caalaa guguddoo fi ciccimoo taʼan,+ magaalota guguddoo dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan qaban,+

  • Iyyaasuu 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Isin Waaqni jiraataan isin gidduu akka jiru,+ akkasumas mamii tokko malee Kanaʼaanota, Heetota, Hiiwota, Pheriizota, Girgaashota, Amoorotaa fi Yebuusota isin duraa akka ariʼu kanaan ni beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi