-
Keessa Deebii 27:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Guyyaa Yordaanosiin ceetee gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti itti seentutti dhagoota guguddaa dhaabiitii maragi.*+ 3 Akkuma Waaqni abbootii keetii Yihowaan waadaa siif galetti, ati gara biyya aannanii fi damma maddisiistu+ ishii Waaqni kee Yihowaan siif kennutti akka seentuuf, yommuu achitti ceetutti dubbii Seera kanaa hundumaa isaan irratti barreessi.
-