-
Leewwota 26:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Dambiiwwan, heerawwanii fi seerawwan Yihowaan Gaara Siinaa irratti karaa Musee ofii isaa fi Israaʼelota gidduutti hundeesse kanneen kana dha.+
-
-
Keessa Deebii 4:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Ammas yaa Israaʼel, isin lubbuudhaan akka jiraattaniif,+ akkasumas lafa Yihowaan inni Waaqa abbootii keessanii taʼe isiniif kennutti seentanii akka dhaaltaniif, dambiiwwanii fi heerawwan ani akka eegdan isin barsiisu kana dhagaʼaa.
-