Baʼuu 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+
16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+