LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+

  • Baʼuu 20:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Hin ajjeesin.+

  • Lakkoofsa 35:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namni sun isa jibbee isa darbachuu isaatiin yookiin hamminaan kakaʼee* wanta tokko isatti darbachuu isaatiin yoo duʼe+ 21 yookiin isa jibbee harka isaatiin isa rukutuu isaatiin kan kaʼe namichi yoo duʼe, namni isa rukute sun mamii tokko malee ni ajjeefama. Inni nama lubbuu balleesse dha. Namni haaloo baʼu yommuu isa argatutti, nama lubbuu balleesse sana ni ajjeesa.

  • Maatewos 5:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Warra bara duriitti jiraataniin, ‘Hin ajjeesin,+ namni nama ajjeesu kam iyyuu mana murtiitti itti gaafatama’+ akka jedhame dhageessaniittu.

  • Roomaa 13:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi