Baʼuu 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+ Keessa Deebii 16:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu. Yohaannis 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Wanta alaan mulʼatu ilaaltanii murteessuu dhiisaa; kanaa mannaa, murtii qajeelaa murteessaa.”+
8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+
18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu.