-
Keessa Deebii 4:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Siifis taʼe ilmaan kee warra si booda dhufaniif gaarii akka taʼuuf, biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessa bara dheeraa akka jiraattuufis, dambiiwwan isaa fi ajajawwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana eegi.”+
-
-
Keessa Deebii 12:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “Wantoota ani si ajaju kana hundumaa of eeggannoodhaan eegi; kana yoo goote, wanta Waaqa kee Yihowaa duratti gaarii fi sirrii taʼe gochaa waan jirtuuf, yeroo hunda sii fi ijoollee kee warra si booda dhufaniif gaarii ni taʼa.
-
-
Roomaa 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Museen qajeelummaa karaa Seerichaa argamu ilaalchisee, “Namni wantoota kana hojii irra oolchu isaaniin ni jiraata” jedhee barreesseera.+
-