-
Uumama 48:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis Yaaqoob Yoseefiin akkana jedhe:
“Waaqni Hundumaa Dandaʼu biyya Kanaʼaan keessatti Luuzitti natti mulʼatee na eebbise.+ 4 Inni, ‘Ani akka hortu gochaan jira; hedduus sin godha; gumii sabootaa akka taatu nan godha;+ lafa kanas sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa godhee nan kenna’ naan jedhe.+
-