- 
	                        
            
            Uumama 18:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Ilmaan isaa fi maatiin isaa warri isa booda dhufan wanta sirrii fi haqa taʼe raawwachuudhaan daandii Yihowaa akka eegan akka isaan ajajuuf, ani Abrahaamiin beekeera;+ kunis Yihowaan wanta Abrahaamiin ilaalchisee waadaa gale akka raawwatuufi.”
 
 -