LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaa+ isa abbootii keetiif kennuuf kakatetti,+ jechuunis gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ yommuu si galchu, jiʼa kanatti ayyaana kana kabajuu qabda.

  • Keessa Deebii 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kunoo, ani biyyattii isin fuuldura kaaʼeera. Seenaatii biyyattii ishii Yihowaan abbootii keessan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif,+ akkasumas sanyii isaanii warra isaan booda dhufaniif kennuuf kakate dhaalaan fudhadhaa.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi